Namuu hin eegne, deeggartoonnis kana hin abdanne. Ogeessonni kubbaa miilaa xiinxalaniifi tilmaamanis akkasitti hin keenye. Maanchester Yunaayitid Dilbata galgala gara dirree Liiverpuul Anfiild ...
Chaayinaa naannoo gaarri heddummaatu Tibeet keessatti kirkira lafaa Kibxata mudateen, yoo xiqqate namoonni 126 du'anii 188 kan ta'an ammoo madaa'uu miidiyaan mootummaa Chaayinaa himeera. Balaa ...