mootummaan nageenya lammilee tiksuuf finxaalessaa uummata nagaa irraa adda baasee tarkaanfii barbaachisaa ni fudhata,'' jedhan. Viidiyoo tibba kana miidiyaa hawaasaa gubbaa qoodameen hidhattoonni ...
Akka maatiifi abbaan alangaa BBCtti himanitti, namni kuni erga ajjeechaa raawwatan booda boolla qootanii awwaaluun dhoksaniiru. Mana murtii Boorana Bahaatti abbaa alangaa kan tahan Obbo Qaallichaa ...