mootummaan nageenya lammilee tiksuuf finxaalessaa uummata nagaa irraa adda baasee tarkaanfii barbaachisaa ni fudhata,'' jedhan. Viidiyoo tibba kana miidiyaa hawaasaa gubbaa qoodameen hidhattoonni ...
Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibsa har'a baaseen, waldhabdeen Oromiyaa keessaa karaa nagaa akka furamuuf mootummaan nuffi tokko malee walitti fufiinsaan waamicha nagaa taasisaa turuu eereera.